Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutiitti dhimmoota naannawaarratti mari’atan Ayana Dheressa Mar 12, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi jilli isaanii Jibuutiitti dhimmoota naannawaarratti mari’ataniiru. #Oromia #Ethiopia…
Idil Addunyaa Iraaqitti dooniiwwan boba’a fe’an lama irratti haleellaan raawwatame Yonatan Birhanu Mar 12, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 3, 2018 (FMC)- Iraaqitti boombii dooniirratti kiyyeeffameen dooniiwwan boba'a fe'an lama irratti haleellaan raawwatamuu kaampaaniiwwan buufataa beeksisaniiru.…
Ispoortii Leeverkuusaan 1 – 1 Arsenaal Sifen Megersa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Tapha mo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa halkan kana taphatameen Arsenaal Leeverkuusaan waliin qixa bahe. Arsenaal taphoota Shaampiyoonsi…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan sagantaa Ifxaraa Inistiityuutii Hubannoo Namtolcheetti qophaa’erratti… Sifen Megersa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan sagantaa Ifxaraa Inistiityuutii Hubannoo Namtolcheetti hojjettoota amantaa Islaamaaf qophaa'erratti…
Teeknooloojii Oromiyaatti dargaggoonni miiliyoonni 1 ol leenjii Itiyoo Koodarsii fudhatan Sifen Megersa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti dargaggoonni miiliyoonni 1 ol leenjii Itiyoo Koodarsii fudhatan jedhe Biiroon Saayinsii fi Teeknooloojii naannichaa. Lammiilee…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Daayrektera Gamtaa Teeleekoominikeeshinii idil addunyaa waliin… Sifen Megersa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xirunaan Daayrektera Gamtaa Teeleekoominikeeshinii idil addunyaa Dooktar Koosmaas Zaavaazaavaa waliin…
Oduu biyya keessaa Geejjibni Galaanarraa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa konkolaattota fe’umsaa 100 hojii eegalchiise Ayana Dheressa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanarraa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa konkolaattota fe’umsaa 100 hojii eegalchiiseera. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Dhaabbatichaa…
Oduu biyya keessaa Jireenya Horsiisee Bulaa fooyyeessuuf… Tsehay Guluma Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Biiroon Misooma Jallisiifi Horsiisee Bulaa Oromiyaa qabeenya bishaan lafa irraa fi jalaa misoomsuun jiruufi jireenya hawaasa horsiisee Bulaa…
Ispoortii Leenjisaa Yohaannis Saahileen taphattoota 23’f waamicha taasisan Sifen Megersa Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC) – Leenjisaan garee Biyyaalessa Itiyoophiyaa Yohaannis Saahilee gulaallii waancaa Afrikaaf taphattoota 23 filachuu ifoomsan. Taphataan Nageellee Arsii…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa hoggansa gahuumsa qabu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira – Leetenaal… Tsehay Guluma Mar 11, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2018 (FMC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa hoggansa gahuumsa qabu horachuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhan Ajaja Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…