Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan qofa ta’uu qaba – Abbootii Gadaa
Finfinnee, Guraandhala 19, 2018 (FMC) – Aangoo kennuu fi fudhachuun eeyyama ummataan karaa nagaan qofa ta’uu qaba jedhan Abbootiin Gadaa Oromiyaa.
Filannoon Waliigalaa 7ffaan bara kana…