Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Itti fufeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Manni Maree Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomse Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dambii namuusa kaadhimamtoota filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa ifoomseera. Wayita duula na filadhaa fi…
Oduu biyya keessaa Boordichi filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegale Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa irratti leenjiftoota olaanoof leenjii kennuu eegaleera. Filannoo…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Taphoonni CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa marsaa 2ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Taphoonni torbee 20ffaa kun tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Oduu biyya keessaa Agarsiisa garaagaraa Ajaja duultoota addaa humna Qilleensaa Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Ajajni duultoota Addaa guyyaa hundeeffama isaa waggaa 65ffaa sababeeffachuun agarsiisa loltummaa gaggeessaa jira. Ajajichi Qilleensaarraa,…
Ispoortii Darbii Kaaba Landan akkaan eegamu… Sifen Megersa Feb 21, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan Boru Tootenhaamii fi Arsenaal gidduutti taphamu ni eegama. Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 27ffaan har’a waaree booda…
Teeknooloojii Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiise Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiiseera. Sagantaa jalqabsiisa hojimaata kanaa irratti Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Ayana Dheressa Feb 20, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa tajaajila loojistiksii diijitaalessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe. Hojii Raawwachiisaa…
Oduu biyya keessaa Boordichi Walgaltee Tumsa Biyyaalessaa ragalee sobaa ittisuu dandeessisu ifoomse Yonatan Birhanu Feb 20, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Waligattee Tumsa Biyyaalessaa ragaalee sobaa fi burjaajessoo filannoon wal qabatan ittisuuf…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman Tsehay Guluma Feb 20, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…