Teeknooloojii Haleellaawwan saayiberii kuma 27 ol… Yonatan Birhanu Feb 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo haleellaawwan saayiberii kuma 27 fi 773 ji'oota ja'an darban yaalaman keessaa %99.03 kan ta'u fashaleessuun…
Ispoortii Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale Ayana Dheressa Feb 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf… Ayana Dheressa Feb 8, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa. Ministeerichi qaamolee qooda fudhattootaa biirolee…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 0 Tootenhaam Sifen Megersa Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30 , 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiziin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam injifate. Tapha har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatameen Maanchiisteer…
Oduu biyya keessaa Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksisuuf gargaara – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Riizoortiin loogoo aadaa fi duudhaa uummata walloo beeksiisuuf gargaara jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa magaala Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Biiznasii Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil waliin hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil Imbireeppaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Hojii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Manneen jireenya Godina Shawaa Lixaatti ijaarsise jirattootaaf dabarse Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Godina Shawaa Lixaatti Manneen jireenyaa tajaajila tola ooltummaa gannaan ijaarsise dabarsee kenneera. Manneen…
Ispoortii Morkiin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taasisan ni… Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin, Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taphatan ni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Riizoortii Hara Loogoo eebbiisan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa har’aa Riizoortii Hara Loogoo eebbiisaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…