Oduu biyya keessaa Misooma Kooriidarii hawwattummaa magaalotaa guddise… Ayana Dheressa Jan 30, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Hojiin misooma kooriidarii simboo magaalotaa dabaluun magaalonni iddoo hawwata tuurizimii akka ta’aniif gahee olaanaa bahachaa jira jedhe Biiroon Aadaafi…
Ispoortii Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Jan 30, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan tapha har’a Midira Gannat Shireen Madin Itiyoophiyaa keessummeessuun eegalamu. Har’a taphoonni 3…
Oduu biyya keessaa Oomishni qamadii baatiiwwan jahan darbanitti kuntaala miiliyoona 100 fi miliyoona 26 ol irrra… Ayana Dheressa Jan 30, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 22, 20018(FMC)- Oomishni qamadii Itiyoophiyaa baatiiwwan jahan darbanitti kuntaala miiliyoona 100 fi miliyoona 26 ol irra gaheera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Ispoortii Ispoorteessaa jiminaastikii biyya isaa bakka bu’ee Olompikii irratti hirmaachuuf mul’ata… Yonatan Birhanu Jan 30, 2026 0 Finfinnee Amajjii 22, 2018(FMC) - Ispoorteessaa fi dorgomaan Jiminaastikii, barataan Yuunivarsiitii Jimmaa Dirribaa Toleeraa feestiivaala ispoortii barattoota Yuuniivarsiitiiwwan…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni uummata yaadama Badhaadhinaarratti ijaaruuf kutannoon hojjechuu qabu – Obbo… Tsehay Guluma Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Dargaggoonni uummata yaadama Badhaadhinaarratti ijaaruuf kutannoon hojjechuu qabu Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaatti Itti Gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Hoji dhabdummaa magaalicha keessatti mul’atu hir’isuuf hojjetamaa jira – Waajjiricha Yonatan Birhanu Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) – Magaalaa Shaggaritti hoji dhabdummaa bal’inaan mul’atu hiri’isuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jire jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa magaalaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan lammiilee Biriteeniif imala viizaa bilisaa eyyamte Sifen Megersa Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Chaayinaa fi Biriteen hariiroo tarsiimawaa isaanii daran cimsuuf waliigalaniiru. Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jipiingii fi Ministirri Muummee…
Biiznasii Lammiin Chaayinaa eeyyema malee hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona14 ol dhabsiifte… Sifen Megersa Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Lammiin Chaayinaa eeyyema Baankii Biyyaalessaan ala hojjechuun Itiyoophiyaa Doolaara miiliyoona 14 dhabsiifte irratti himanni banameera. Himatamtuun…
Teeknooloojii Teelee Birriin daddabarsi maallaqa Birrii tiiriliyoona 6.88 raawwatame Sifen Megersa Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) - Teelee Birriin daddabarsi maallaqa Birrii tiiriliyoona 6.88 raawwate jedhan Hojii Raawwachiistuu Olaantuun Itiyoo Teeleekoom Fireehiwoot Taammiruun.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira- BATO Sifen Megersa Jan 29, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2018 (FMC) – Qabeenya Dilbii Oromiyaan qabdu misoomsuufi beeksisuun madda galii taasisuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa. Jijjiiramaan…