Biiznasii Baankichi bu’aa caalbaasii sharafa alaa ifoomse Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa bu’aa caalbaasii sharafa har’a gaggeeffame ifoomseera. Baankileen 32 caalbaasicharratti kan hirmaatan yoo ta’u, caalbaasii kanaan…
Oduu biyya keessaa Ayyaanicha Jaalala, araara, walii yaaduu fi tokkummaa cimsachuun kabajachuu qabna – Luba… Yonatan Birhanu Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) - Ayyaanni dhalachuu Iyyesuus Kiristoos jaalala, araara Waaqni dhala namaaf qabu kan bu'uureffate waan ta'eef jaalala, araara tokkummaa fi walii yaaduun…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoo adda addaa dabarse Ayana Dheressa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 51ffaa gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera. Manni marichaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) –Waancaa Afrikaa 35ffaa qopheessummaa Moorokoon taphatamaa jiruun har’a taphoonni mo’anii darbuu xumuraa lama ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 eegalee…
Ispoortii Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalan Ayana Dheressa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Leenjisaan kubbaa miilaa lammiin Ingiliz Liyaam Rooziiniyar Cheelsii leenjisuuf waliigalaniiru. Ga’eessa umrii waggaa 41 kan ta’an Liyaam Rooziiniyar…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun manneen jireenyaa 381 namoota harka qalleeyyiif dabarsanii kennaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad maaddii qoodaan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad lammiilee harka qalleeyyii fi daa’imman Waajjirri Ministira Muummee Guddisuuf maaddii qoodaniiru. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Baga guyyaa dhaloota Iyyesuus Kiristoosiin…
Oduu biyya keessaa Samaraatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 22 darbe Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 22 darbe. Balichi har’a barii naannawaa sa’aatii 11:00 kan mudate yoo ta’u,…
Biiznasii Miidirook Itiyoophiyaatti daldala qinxaaboo idil addunyaa jalqabaa beeksiise Sifen Megersa Jan 6, 2026 0 Finfinnee, Mudde 28, 2018 (FMC) – Miidirook Itiyoophiyaatti daldala qinxaaboo idil addunyaa isa jalqabaa guddaa jedhame beeksiseera. Miidirook Itiyoophiyaa jalatti kan argamu Suuppar…