Oduu biyya keessaa Marii biyyaalessaa Itiyoophiyaa qaroomteef… Ayana Dheressa Jul 12, 2026 0 Mariin biyyaalessaa gara dirree ammayyaa, naga qabeessaafi hirmaachisaa ta’eetti ce’uuf carraa seena qabeessa. Garaagarteewwan siyaasaa, qoccolloowwan seenessa seenaa fi gaaffilee…
Ispoortii Arjantiinaan gara walakkaa xumuraatti dabarte Yonatan Birhanu Jul 12, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2018 (FMC) - Waancaa Addunyaa 23ffaan tapha nuusa xumuraa magaalaa Kaansaasitti taphatameen Arjantiinaan Siwiizerlaandiin 3 fi 1n mo'atteetti. Arjantiinaan…
Ispoortii Ingilaand Noorweey injifachuun gara xumura walkkaatti dabarte Yonatan Birhanu Jul 12, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha dorgommii waancaa addunyaa bara 2026 nuusa xumuraan Ingilaand Noorweey'n 2 fi 1n injifachuun gara walakkaa xumuraatti dabarteetti.…
Idil Addunyaa Mojtaabaa Kaamenii gumaa abbaa isaanii baasuuf dhaadatan Yonatan Birhanu Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Hogganaan Ololaa haaraan Iraan, Ayyaatolaah Mojtaabaa Kaameniiy, gumaa abbaa isaanii Alii Kaameniiy baasuun fedhii uummata Iraan hundaati jechuun,…
Oduu biyya keessaa Gootummaa Boonsaa Raayyaa keenyaa Galmeessuufi Gabaasuu Barbaachisa – Meejer Jeneraal… Yonatan Birhanu Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Gootummaa boonsaa Raayyaa keenyaa galmeessuufi gabaasuu barbaachisaa jedhan Hogganaan Giddugala Miidiyaa fi Koominiikeeshinii Ittisa Biayyaa Meejer…
Oduu biyya keessaa Innisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa sirna uumamaa deebisanii bayyaannachisuuf qooda guddaa… Yonatan Birhanu Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC) - Sagantaan Ashaaraa Magariisaa naannoolee miidhaman deebisanii misoomsee dhiqama biyyee hir'isuudhaan eegumsi naannoo ittifufiinsa qabu akka uumamu…
Fayyaa Ogeeyyiin Fayyaa arjooma ijaa guddisuuf… Tsehay Guluma Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Tajaajila arjooma ijaa guddisuuf ogeeyyiin fayyaa hubannoo hawaasaa cimsuu irratti xiyyeeffatanii hojjechuu qabu jedhe Baankiin Ijaa Jimmaa. Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Karoora tarsiimawaa qophaa’een hiyyummaa injifachuun danda’ameera- Obbo Saadaat Nashaa Tsehay Guluma Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Karoora tarsiimawaa qophaa'een hiyyummaa injifachuun danda'ameera jedhan Sadarkaa Pireezidaantii Itti Aanaatti Qindeessan Kilaastera Hawaasummaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Adeemsa Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti ibsi kennamaa jira Tsehay Guluma Jul 11, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2018 (FMC)- Komishiniin Maree Biyyaalessaa hirmaattoota yaa’ichaf adeemsa yaa’ichaa ilaalchisee ibsa kennaa jira. Ibsichi hirmaattonni yaa'ichaa adeemsa marii…
Oduu biyya keessaa Qabdoonni qaboo Yaa’ii iftoominaafi amanamummaa marichaaf qooda olaanaa qabu- Piroofeesar Masfin… Ayana Dheressa Jul 10, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 3, 2018(FMC)- Qabdoonni qaboo Yaa’ii iftoominaafi amanamummaa adeemsa marii biyyaalessaa keessatti qooda olaanaa qabu jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa…