Fana: At a Speed of Life!

Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuun murteessadha – Innaatalem Mallas

Finfinnee,Waxabajjii 20, 2018 (FMC) –‎ Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf odeeffannoo ammayyeessuu fi daataa ammayyoome fayyadamuun murteessaadha jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Innaatalem Mallas.

Tajaajilichi sabqunnamtii fi damee Kominikeeshinii dhaabbilee federaalaa waliin waltajjii waloo gaggeessera.

Fedhii odeeffannoo ummataa guutuuf yaa’insi odeeffannoo dhaabbilee saffisa, qulqulluu fi ammayyaa’aa ta’uu akka qabu kan eeruun Ministirri Tajaajilichaa Innaatalem Mallas, kanaafis hoggansii fi ogeeyyiin damichaa gahee isaanii sirnaan bahachuu qabu jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.