Fana: At a Speed of Life!

Yaadonni furmaataa ajandaa miseensota 500’f dhiyaatu gabbifamaa jiru- Komishinicha

Finfinnee, Hagayya 1, 2018 (FMC) – Yaadonni furmaataa ajandaa miseensota 500’f dhiyaatu gabbifamaa jiru jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa.

Miseensonni garee 30 tokkoon tokkoo gareewwan hojii 500 irraa filataman yaadota furmaataa ajandaa gareewwan tarsiimawaa irraa dhiyaatan qindeessaa oolan jedheera.

Guyyoota itti aanan yaadonni gabbistoota ajandaan qindaa’an walitti ida’amuun gareewwan hojii miseensota 500 qaban 8’f kan dhiyaatan ta’uu ifoomseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.