Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree naannichaa Aadde Na’iimaa Muniir Af Yaa’ii taasisuun moggaase

Finfinnee, Fulbaana 23, 2019 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii 7ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Na’iimaa Muniir Af Yaa’ii Mana marichaa taasisuun moggaaseera.

Aadde Zabiibaa Mahaammad ammoo Ittaantuu Af Yaa’ii taasiuun moggaasera.

Aadde Na’iimaa Muniirii fi Zabiibaa Mahaammad mana marichaa fuulduratti sirna kakuu raawwataniiru.

#Itiyoophiyaa #BiyyaGuddoo #UmmataGuddaa #MullataGuddaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.