Fana: At a Speed of Life!

Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Onkololeesa 3, 2019 (FMC)- Dhaalan Gonfoo Sa’uud Arabiyaa Muhaammad Biin Salmaan Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Muhaammad Biin Salmaan ergaa isaaniin, Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Ministira Muummee ta’uun filatamuutti gammaduu ibsaniiru.

Dhaalan Gonfoo kun Ummata Itiyoophiyaaf guddinaafi badhaadhina hawwuu isaanii ragaan ‘Sa’udi Press Agency’ ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.