Oduu biyya keessaa Dippiloomaasii ulaa galaanaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa … Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Dippiloomaasiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa haala bilchina qabuun kan dhiyaatee fi fageessanii yaaduun kan itti mul’ate yoo ta’u fedhiiwwan siyaasaa walxaxaa naannawichaa qajeeltoo…
Oduu biyya keessaa Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa… Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018(FMC)- Hariiroon uummattootaa Itiyoophiyaafi Chaayinaa cimee akka itti fufuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan Magariisaa eegeree diinagdee biyyaati- Obbo Awwaluu Abdii Ayana Dheressa Jun 29, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2018( FMC)- Ashaaraan Magariisaa eegeree diinagdee Biyyaati jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin. Obbo Awwaluu Abdiin…
Idil Addunyaa Waraana Ameerikaafi Iraan irra deebiin… Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Ameerikaan haleellaa diroonii Doonii Paanaamaa ulaa Hoormuuz irraan darbaa turerratti raawwatame hordofee Iraan irratti haleellaa haaraa raawwatteetti.…
Biiznasii Invastaroota hedduu horachuuf haala mijataa uumuun danda’ameera- Biiricha Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Rakkoowwan invastimantiirratti mudachaa turan hiikuun invastaroota hedduu horachuuf haala mijataa uumuun danda'ameera jedhe Biiroon Carraa Hojii Uumuufi…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa badhaasa tajaajila fe’umsaa filatamaa Afrikaa injifate Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa tajaajila fe’umsaa filatamaa Afrikaa( AFLAS) 2026 injifateera. Daandiin qilleensichaa badhaasicha kan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa badhaate dhaloota dhufutti dabarsuuf kutannoon hojjetamaa jira- Ambaasaaddar Reedwaan… Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaa badhaate dhaloota dhufutti dabarsuuf kutannoon hojjetamaa jira jedhan Daayrektarri Olaanaan Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar…
Oduu biyya keessaa Yuuniivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota kuma 2 fi 882 eebbisiise Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Yuuniivarsiitiin Barnootaa Kotabee barattoota dameewwan barnootaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2 fi 882 guyyaa har’aa eebbisiiseera.…
Ispoortii Taphoota waancaa addunyaa mo’anii darbuu 32… Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Taphoonni ramaddii waancaa addunyaa 2026 qopheessummaa Ameerikaa, Kaanaadaafi Meeksiikoon taphatamaa turan xumurameera. Ramaddii isaaniirraa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti tajaajila tola ooltummaa nageenya tiraafikaa irratti lammileen kumni 10 ni hirmaatu-… Ayana Dheressa Jun 28, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2018 (FMC)- Magaalaa Finfinneetti tajaajila tola ooltummaa nageenya tiraafikaa irratti lammileen kumni 10 ni hirmaatu jedhe Komishiniin Hirmaannaa Hawaasaafi…