Mootummaan gaaffii uummataa deebisaa Itiyoophiyaa badhaadhina hundagaleessaarraan ni gaha- Paartii…
Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC)- Mootummaan gaaffii uummataa deebisaa Itiyoophiyaa badhaadhina hundagaleessaarraan ni gaha jedhe Paartiin Badhaadhinaa.
Paartichi mariiwwan uummataa tibbana…