Oduu biyya keessaa Kaabineen magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa taa’een ajandaalee garaagaraa irratti murtoo dabarseera. Kaabineen…
Oduu biyya keessaa Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenne Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenneera. Guutuun ibsichaa akka itti aanutti dhiyaateera. Caamsaa 24, 2018 obboroo…
Fayyaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisan Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Minilik II’tti Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisaniiru. Aadde…
Fayyaa Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti kennamuu eegale Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Talaalliin dhibee Gifiraa naannolee 4’tti daa’imman kuma 400 fi kuma 18 oliif kennamuu eegaleera. Inistiitiyuutii Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 8.1 qophaa’e Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektaarri miliyoonni 8 fi kumni 100 qophaa’uun miiliyoonni 2 fi kumni 600 ammoo sanyiin…
Oduu biyya keessaa Kantiibaan duraanii magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotan Ayana Dheressa Jun 5, 2026 0 Finfinnee, Bitootessa 28, 2018 (FMC) – Kantiibaan duraanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Ambaasaaddar Alii Abdoo addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila dijiitaalaa Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegalchiisan Ayana Dheressa Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Dijiitaalawaa Giddugala Tokkoo Masoob 8ffaa hojii eegachiisaniiru. Aadde Adaanech fuula…
Oduu biyya keessaa Shira filannoo gufachiisuuf yaadame fashaleessuun hojiin nageenyaa birmadummaa biyyaa mirkaneesse… Ayana Dheressa Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Shirri filannoo waliigalaa 7ffaa gufachiisuuf diinota keessaafi alaan qindaa’e fashaleessuun hojiin nageenyaa birmadummaa biyyaa mirkaneesse hojjetameera…
Idil Addunyaa Gamtichi humnoonni siyaasaa Soomaaliyaa gochoota walitti bu’iinsa hammeessan irraa akka of qusatan… Ayana Dheressa Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Komishiniin Gamtaa Afrikaa humnoonni siyaasaa Soomaaliyaa gochoota walitti bu’iinsa biyyattiitti mudate hammeessan irraa akka of qusataniif waamicha…
Idil Addunyaa Israa’el fi Libaanos waliigaltee dhukaasa dhaabuu gaggeessuuf waliigalan Ayana Dheressa Jun 4, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2018(FMC)- Israa’el fi Libaanos waliigaltee dhukaasa dhaabuu gaggeessuuf waliigalaniiru. Biyyoonni lameen Heezboollaa dabalatee humnoota hidhattootaa biroo baasuun…