Bara kana giddugalli manneen barnootaa hunda hammataan 200 hundaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Bara kana giddugalli manneen barnootaa hunda hammataan 200 hundaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Barattoota fedhii addaa qabaniif…