Idil Addunyaa Sudaanii fi Gibts waliigaltee tumsa loltummaa mallatteessan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Sudaanii fi Gibts guyyaa kaleessaa waliigaltee tumsa loltummaa mallatteessuu himame. Itaamaajooriin waliigalaa Raayyaa Ittisaa Sudaan…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii gaggeessan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa fi Paartileen Siyaasaa waltajjii marii 4ffaa gaggeessuu ibsameera. Waltajjii kanarratti bakka…
Oduu biyya keessaa Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojjetamuu qaba – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) - Yakka daddabarsa namootaa seeraan alaa daangaa ce’aa hir’isuuf hojiileen hawaasa hirmaachise hojjetamuu akka qabu itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Idil Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa laachuuf yeroo ammaa beeksiisuu… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Dhaabbileen deeggartootaa Idil Addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa laachuuf kana dura eeyyamaan galaa turan yeroo ammaa beeksiisuu…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa fi Inistiityuutiin Teeknooloojii fi Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa waliin hojjechuuf… Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Ministeerri Qonnaa fi Inistiityuutiin Teeknooloojii fi Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa odeeffannoo saatalaayitii fayyadamuun oomishtummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin bilbilaan mari’atan Sifen Megersa Mar 3, 2021 0 Finfinnee , Gurraandhala 24, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Jee Bliinkaan waliin bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) - Godina Harargee Bahaatti Daldaltoota shaqaxaalee nyaataa seeraa ala dhoksaan kuusanii argaman 197 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach qaamolee ayyaanni Injifannoo Adwaa karaa nagaan akka kabajamu taasiisan galateeffatan Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (FBC) –Itti aantuun Kaantiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee qaamolee ayyaanni Ijifannoo Adawaa waggaa 125ffaan karaa nagaan akka kabajamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa itti fufti – Obbo Dammaqaa… Sifen Megersa Mar 2, 2021 0 Finfinnee, Gurraadhala 23, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan qormaata keessaa fi alaa dandamachuun imala olka’iisaa eegalte itti fufti jedhan itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…