Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Sidaamaaf Birrii miiliyoona 50 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee sirna hundeeffama bulchiinsa mootummaa naannoo Sidaamaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 50 taasiseera.…