Oduu biyya keessaa Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaaf Birrii biiliyoona 2 deeggarte Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Fiinlaand Sagantaa Cowash Itoophiyaa keessatti gaggeessaa jirtuuf Birrii biiliyoona 2deeggarsa taasiifte. Sagantaa Cowash bishaan…
Biiznasii Dorgomtoota dorgommii daldalaa fi kalaqaan moo’atan 20f badhaasni laatame Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Dorgomtoota dorgommii daldalaa fi kalaqaan marsaa duraan moo’atan 20f badhaasni maallaqaa laatameera. Dorgommiin yaada daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan miseensa koree UNESCO waliigaltee 1970 ta’uun filatamte Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti miseensa koree Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa waliigaltee 1970 ta’uun filatamte.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojjetama… Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an deebisanii dhaabuuf hojjetama jiraachuu Ministeerri Nageenyaa beeksiise.…
Ispoortii Viillaariyaal Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa ta’e Sifen Megersa May 27, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) - Viillaariyaal Maanchiisteer Yuunaayiitiid injifachuun Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa bara 2020/2021 ta'eera. Taphni xummuraa Liigii Awurooppaa kilaba…
Oduu biyya keessaa Obbo Reedwaan itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa Kaataar waliin mari’atan Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa obbo Reedwaan Huseen itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaataar sheehi Mahaammad…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa boru ni eegala Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Walga’iin idilee koree hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa boru kan eegalu ta’uu ibsameera. Korichi dhimmoota waqtaawaa fi…
Oduu biyya keessaa Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Amaaraa Godina Goojjam Bahaatti balaa Tiraafikaa muudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 12 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli lammummaa duudhaa sirna Gadaarraa fudhatameedha – Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Kenniinsi Tajjajila Lammuummaa fi Ashaaraa Magariisaa gannaa dhufuu mata duree ‘kootta Oromiyaa haa uwwisnuu’ jedhuun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 329 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa May 26, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2013 (FBC) – Lammileen Ityoophiyaa 329 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru. Lammiileen kunneen wayita Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’an…