Guyyaa Afrikaa ilaalchisee sagantaan kakaasii Diijitaalaa qophaa’e
Finfinnee, Caamsaa 9, 2013 (FBC) –Gamtaan Afrikaa guyyaa Afrikaa 2021 ilaalchisee sagantaa kakaasii Diijitaalaa qopheessuu beeksiiseera.
Bara Faranjootaa 1963 kan hundaa’e…