Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har’a ni eebbifama
Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Birrii miiliyoona dhibba 2n kan ijaarrame Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har'a ni eebbifama jedhameera.
Tarminaalichi yeroo tokkotti…