Oduu biyya keessaa Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheerate Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Yeroon galmee filattootaa guyyoota 7f dheeraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa beeksiise. Buufataalee filannoo kuma 41 fi 798 irratti…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa FDRI miseensota duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hogantoota waraanaa olaanoo riifoormii dhaabbatichaa fi miseensota hojii olaantummaa seeraa kabachisuu keessatti shoora…
Fayyaa Weerarri vaayrasii koroonaa Afrikaatti daraan babal’achuu danda’a – Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Afrikaatti weerarri vaayrasii Koroonaa daraan babal’achuu akka danda’u Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa hubachiiseera. Dhaabbatichi gosti…
Biiznasii Sirna gabaa Albuudaa Ityoophiyaa ammayyeessuuf sanadni walii galtee mallattaa’e Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti sirna gabaa Albuudaa ammayyeessuuf kan dandeessisu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa fi Oomishni Gabaa Ityoophiyaa sanada walii galtee…
Biiznasii Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessaniiru – Dooktar… Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Bara 2010 eegalee hojiileen damee Faayinaansiin hojjetaman bu’aa gaarii galmeessisuu Muummeen Mimistiraa FDRI –Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru. Bara…
Idil Addunyaa Hinditti torbee tokko keessatti namoonni miiliyoonni 1.7 vaayrasii koroonaan qabamu ibsame Sifen Megersa May 7, 2021 0 Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Hinditti torbee tokko keessatti namoota miiliyoona1.7 vaayrasii koroonaan qabaman keessaa lubbuun namoota kuma 15 fi 100 darbuu Ministeerri Fayyaa…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 663 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 6, 2021 0 Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 663 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 27 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambaalaalaa sababa weerara Covid-19 addabaabayiitti hin kabajamu – Obbo… Sifen Megersa May 6, 2021 0 Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Ayyaanni Fiichee Cambaalaalaa bara kanaa sababa weerara Covid-19 addabaabayiitti kan hin kabajamne ta'uu Preedaantiin naannoo Sidaamoo obbo Dassitaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Yibalxaal hayyoota Sudaan waliin mari’atan Sifen Megersa May 6, 2021 0 Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) - Sudaanitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Yibalxaal Ayimroon hayyoota Sudaan waliin mari'ataniiru. Hayyoota Kaartuum, Alniiliinii fi…
Oduu biyya keessaa Har’aa eegalee iyyata kaadhimamtoota Bakka buusuu, Jijjiiruu fi fooyya’insa kamiyyuu kan hin… Sifen Megersa May 6, 2021 0 Finfinnee, Eebila 28, 2013 (FBC) – Har’aa eegalee iyyata kaadhimamtoota bakka buusuu, Jijjiiruu fi fooyya’insa kamiyyuu kan hin keessummeessine ta’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessa…