Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) - Dureewwan amantaa ayyaana Qillee bara 2013 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Iyyasuus Kiristoos dhalachuu isaan namaa fi Waaqa…