Oduu biyya keessaa Barreessaa fi qorataa Boonsaamoo Mi’eessoo boqate Sifen Megersa Dec 25, 2020 0 Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) - Barreessaan kitaabota afaanii, aadaa, seenaa, duudhaa fi safuu Oromoo Boonsaamoo Mi'eessoo boqatachuu Waldaa Barreessitoota Oromoorraa odeeffanneerra.…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Fidaaduu Tasammaan durfamuu oomisha qamadii jallisiin misoomaa jiruu fi horsiisa loon… Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Jilli ittti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Oromiyaa obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu oomisha qamadii Jallisiin misoomaa jiruu fi horsiisa loonii…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq haleellaa lammiilee nagaarratti raawwatameef gaddi itti dhaga’amuu… Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen godina Matakkalitti lammiilee nagaa ajjeeffaman ilaalchisee gaddi cimaan itt dhaga'amuu ibsan. Seenaarraa osoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 410 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 410 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 12 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwate kan balaallefatu ta’uu beeskise Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa ajjeechaa eenyummaa bu’ura godhachuun lammiilee nagaarratti raawwate kan balaalleffatu ta’uu beeskise. Paartiin Badhaadhinaa…
Biiznasii Eeyyamni raabsitoota Simiintoo 18 haqame Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Raabsitoonni Simintoo qajeelfama mootummaan baaseen ala gatii dabaluun gurgurtaa raawwatan 18 eeyyaamni isaanii haqamuu Ministeerri Daldalaa fi…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay miseensota kaabinee haaraa ifoomse Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Miseensonni kaabinee haaraa Muudaman gara hojiitti galuu bulchiinsi yeroo naannichaa beeksiseera. Itti gaafatamaan waajjira bulchiinsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Daandiin saffisaa Baatuu- Arsii Nagallee xiyyeeffannoo addaa akka barbaadu ibsame Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Daandiin saffisaa Baatuu – Arsii Nagalee xiyyeeffannoo addaa mootummaa kan barbaachisu ta’uu eerrameera. Mana Maree Bakka Bu’oota…
Oduu biyya keessaa Manni murtichaa Leetanaal koloneel Birihaanuu Baayehii fi Leetanaan jeneraal Addis Tadlaan Imbaasii… Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Galmee Mangiftuu Hayilamaariyaafaa jalatti kan himataman leetanaal koloneel Birihaanuu Baayehii fi Leetanaan jeneraal Addis Tadlaan Imbaasii Xaaliyaanii…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffame Sifen Megersa Dec 24, 2020 0 Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee gaggeeffamuu ibsameera. Maricharratti itti aantuu Kaantibaa…