Author
Sifen Megersa 16550 posts
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,851 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 33 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Mallattoon murtoo filannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Mallattoo murtoo Ummattoonni Kibba Lixa Ityoophiyaa filannoo marsaa 6ffaa waloon gaggeessan ifoomse.
Fuula Feesbuukii…
Manni Murtii waliigalaa Oromiyaa Rifoormii haaraa hojiirra oolchaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Manni murtii waliigalaa Oromiyaa kenna tajaajila abbaa seerummaa si'ataa,dhaqabamaa fi amansiisaa taasiisuuf rifoormii haaraa hojiirra oolchaa…
Sanadni karoora waggaa 10 ummataaf raabsamuufi
Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Sanadni karoora waggaa 10 torbee dhufuu eegalee ummataaf kan raabsamu ta’uu Komishiniin Plaanii fi Misoomaa ibse.
Torbee dhufu ummata akka qaqqabu…
Magaalaa Finfinneetti balaa Ibiddaa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa halkan Edaa kutaa magaalaa Finfinnee garaagaraatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsame.…
Obbo Dammaqaan itti aantuu dura teessuu Komishinii gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aantuu dura teessuu Komishinii…
Mootummoonni naannoo Afaarii fi Soomaalee walitti bu’iinsa tibbana muudate karaa nagaan furuuf…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Jilli hoggantoota olaanoo Preezdaantoota naannoo Afaarii fi Soomaaleen durfamu walitti bu'iinsa tibbana daangaa naanolee lamaanii gidduutti muudate…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee,Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera.
Sa’aatii 24 darbetti…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…