Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo raawwatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo har’a waaree boodaa bakka maatiin, Firoottan, jalleewwan ogummaa fi dinqisiifattoonni isaa argamanitti…
Teeknooloojii Dhaabbanni Facebook fuulawwan Gibts taa’anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni guddichi miidiyaa hawaasummaa Facebook fuulawwan Gibts taa'anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo tatamsaasan haquu…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Deemaark Jeep…
Fayyaa Qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan guutuutti hojiirra… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaa daraan dabalaa dhufuu isaan qajeelfamoota weerara vaayrasii koroonaa ittisuu fi to’achuuf ba’an 30 guutumaan…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’ataman Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan yakka cimaa raawwachuurratti bobba’anii turan 34 to’atamuu Komishiniin Poolisii magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Wayita Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Tsooma Ramadaanaa jaalala,walgargaaruu fi waliif yaaduun dabarsuun barbaachisaa ta’uun Preezdaantiin Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii…
Fayyaa Magaalichatti namoota qorannoon Covid -19 taasiifameef keessaa % 45 dhibichaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Magaalaa Dirree Dawaatti torbeewwan sadan darban keessa namoota qorannoon Covid -19 taasiifameef keessaa % 45 dhibichaan qabamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Haramayaa woorkishooppii marii qorannoo, ekisteenshinii fi hirmaana Hawaasa… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Yuunvarsitiin Haramayaa woorkishooppii marii qorannoo, ekisteenshinii fi hirmaana hawaasa marsaa 37ffaa fi 38 hojjetamaa turan irratti waltajji…
Teeknooloojii Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajila 4G LTE advaansiid eegalchiise Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom Damee Bahaatti tajaajilli 4G LTE advaansiid eegaluu beeksiise. Jigjigaa, Godee, Faqii, Dagaahaabuur, Qabira Biyaahi,…
Oduu biyya keessaa Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoome Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Qabxiin seensa Yuunvarsiitii ifoomeera. Haaluma kanaan Saayinsii Uumaamaan dhiiraaf 380, dubartoota 368 yoo ta'u, Saayinsii Hawaasaan dhiiraaf…