Oduu biyya keessaa Abdallaa Haamdook Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 13, 2020 0 Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook daawwannaa hojiif Finfinnee galan. Abdallaa Haamdook buufata xiyyaaraa idil addunya Boolee wayita…
Oduu biyya keessaa Malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennoon qabsaa’uu horachuun murteessadha… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Guddina biyyaaf qormaata kan ta’ee malaamaltummaa ittisuuf dhaloota hojmaata isaarratti ejjennooon qabsaa’uu horachuun murteessaa ta’uu Komishiniin…
Biiznasii Baatii kana keessa boba’a Xiyyaaraan ala gatiin qinxaaboo oomisha boba’aa haaluma duraan itti fufa… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Baatii Muddee keessa boba’a Xiyyaaraan ala gatiin qinxaaboo oomisha boba’aa biroo haaluma duraan akka itti fufa murtaa’uu ibsame. Muddee 2, 2013 hanga…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waloo naannoo Beenishaanguul Gumuuzii fi bulchiinsa Biluu Naayil magaalaa… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Naannoon Beenishaanguul Gumuuzii fi bulchiinsi Biluu Naayil magaalaa Asoosaatti waltajjii marii waloo gaggeessaniiru. Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti nageenya lammiilee nagaa eegsisuu fi deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf murannoon… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Mootummaan Federaalaa naannoo Tigraayitti nageenya lammiilee nagaa eegsisuu fi deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf murannoon hojjechaa jiraachuu Waajjirri…
Oduu biyya keessaa Aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atame Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finifnnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC) - Godina Shawaa Kaabaa aanaa Kuyyuu magaalaa Garba Gurraachaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa too’atamuu ibsame. Sakatta’iinsa tasaa…
Oduu biyya keessaa Godina Goojjam Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa konkolaataa muudateen lubbuu namoota 6… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finifnnee, Muddee 2, 2013 (FBC) - Naannoo Amaaraa godina Goojjama Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa Konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu himame. Konkolaataan ummataa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan tokkoomtet, juuntichi kophaatti hafe- Jeneraal Birhaanuu Juulaa Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Juuntichi gochaa sukkanneessaa garajabummaa akkanaa raawwataan hin tilmaamne turre jedhan eetaamaajoorri waliigalaa raayyaa ittisa biyyaa…
Vaayrasiikoroonaa Namoonni 1,731 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 526 irratti vaayrasichi argameera Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Namoonni 1,731 vaayrasii koroonaarraa yoo dandamatan, 526 irratti vaayrasichi argameera. Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Waggootan shanan dhufan keessatti Oromiyaa hawwattuu turizimii filatamtuu gochuuf hojjanna:… Sifen Megersa Dec 11, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Hojjettootni Komishinii Turizimii Oromiyaa qabeenyaawwanii turizimii misoomsuuf sochii mootummaan gochaa jiru humna guutuun deeggaruuf kutachuu himan.…