Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan talaallii Covid – 19 argachuuf gaaffii dhiyeessite Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan dhaabbata deeggarsa laataa talaallii idila addunyaa Koovaaksii jedhamurraa talaallii Covid –19 argachuuf gaaffii dhiyeessite.…
Uncategorized Jilli Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofe Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Jilli hoggantootaa fi hojjettootaa Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa adeemsa filannoo Preezdaantummaa Gaanaa hordofeera. Jilichi turtii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Addisaalem Baalleemaa mana murtiitti dhiyaatan Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Hogganaa olaanaa garee finxaaleyyii ABUT kan turan Dooktar Addisaalem Baalleemaa Mana Murtiitti dhiyaatan. Dooktar Addisaalem garee…
Oduu biyya keessaa MM FDRI Dooktar Abiy daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa turan xumuruun Finfinnee… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) –Jilli Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin durfama daawwannaa hojii guyyoota lamaaf keeniyaatti taasisaa ture xumuruun har’a waaree…
Oduu biyya keessaa Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabalaa dhufee jira –… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Lakkoofsi yaallamtoota wallaansa cimaa dhibee Covid- 19 saffisa olaanaan dabaluun humna simannaa dhaabbilee fayyaa ol ta’uu Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan hariiroo Paarlaamaa cimsuu akka qaban ibsame. Aljeeriyaatti ergamaan addaa fi ambaasaaddara guutuun Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Koreen dhaabbichaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri Qonnaa hojjechaa jiru daawwateera Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti miseensonni Koree Dhaabbii Dhimmoota Eegumsa Naannoo, Horsiise Bulaa fi Qonnaa rifoormii alaa fi keessaa Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) - Hoggansi raayyaa ittisaa garee badii juuntaa TPLFn Onkololeessa 24,2013 affeerraa irbaataaf waamamuun ukkaamfaman kan gadi lakkisiifaman.…
Oduu biyya keessaa Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan… Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan gaafachiisu ta’uu Boordiin Sakattoo Raawwii Labsii Yeroo…
Fayyaa Ityoophiyaan qorannoo yaala Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaan durfamutti makamte Sifen Megersa Dec 10, 2020 0 Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan qorannoo yaala Covid-19 Dhaabbata Fayyaa Addunyaan durfamutti makamte. Inistiityuutiin qorannoo Armaawar Haansan hojii qorannoo…