Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 13, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 312 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota…