Afaan qawween aangoo qabachuuf yaaluun yaadama yeroon irra darbeedha –Ittaanaa Dura Taa’aa Paartii…
Finfinnee, Adoolessa 2, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaatti Afaan qawween aangoo qabachuuf yaaluun yaadama yeroon irra darbeedha jedhan Ittaanaa Dura Taa’aan Paartii Sosochii Biyyaalessaa Amaaraa…