Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Noorweey waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 11, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii COP 31 cinaatti Ministira Muummee Noorweey Joonaas Gaahir Istaar waliin dhimmoota waloorratti…
Oduu biyya keessaa COP 31 fi hirmaannaa Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Nov 11, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Mootummoota Gamtoomanii (COP31) Turkiyyee, Antaaliyaatti taa’amaa jirurratti hirmaachaa jirti. Yaa’ichi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ogummaa magariisaa fi carraa hojii uumuurratti murannoon hojjetaa jirti – Obbo Barakat… Sifen Megersa Nov 11, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan ogummaa magariisaa fi carraa hojii uumuurratti murannoon hojjetaa jirti jedhan Ministirri Ministeera Tarsiimoo Biyyaalessaa obbo Barakat…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen mootummoota Gamtoomaniitti daayrektera olaantuu‘Habitat’… Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen mootummoota Gamtoomaniitti daayrektera olaantuu dahoo lubbu qabeeyyii‘Habitat’ Anaaklaawudiiyaa Roosbaak…
Ispoortii Atileetoonni Itiyoophiyaa har’as meedaaliyaa dabalataa argamsiisuuf dorgomu Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Olompikii Dargaggoota Addunyaa 4ffaa Seeneegaal Magaalaa Daakaaritti gaggeeffamaa jiruun Atileetoonni Itiyoophiyaa har’as meedaaliyaa dabalataa…
Oduu biyya keessaa Obbo Barakat Fissahaatsiyoon Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Haala Qilleensaa Addunyaa waliin… Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Ministirri Ministeera Tarsiimoo Biyyaalessaa Obbo Barakat Fissahaatsiyoon Yaa’ii COP31 cinaatti Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Raaga Haala Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Kabajaafi fayyadamummaa dinagdee hawaasa baadiyyaa mirkaneessuuf: Koriidarii Baadiyyaa Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Misoomni Koriidarii Baadiyyaa bu’uuraalee misoomaa ammayyeessuu, jireenya lammiilee fooyyessuu fi garaagarummaa misoomaa magaalaa fi baadiyyaa gidduu jiru…
Oduu biyya keessaa Mariin Miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Itiyoophiyaa boqonnaa murteessarra gahe – Aadde… Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Mariin Miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Itiyoophiyaa boqonnaa murteessarra gaheera jedhan Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Bu’uurri milkaa’ina COP – 32, COP -31 irraa eegala Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Dhimmi qabsoo Jijjiirama Qabeenyaa Qilleensaa tumsa biyyootaa, mariiwwan itti fufiinsa qabanii fi tarkaanfii qabatamaa fudhachuu gaafata. Itiyoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Misooma Qonnaa Naannoo Harariitti hojjetamaa jiran boqonnaa haaraatti ceaa jiru– Obbo… Sifen Megersa Nov 10, 2026 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2019 (FMC) – Hojiileen Invastimantii Misooma Qonnaa Naanno Harariitti hojjetamaa jiran boqonnaa haaraatti ce’aa jiru jedhan Ittaanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen…