Manni Amantichaa yaa’iin lallaba afuuraa fi sagantaan imala afuuraa kamiiyyuu yeroof akka dhaabbatu…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2012 (FBC) – Manni Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa yaa’iin lallaba afuuraa fi sagantaan imala afuuraa kamiiyyuu yeroof akka dhaabbatu murtoo dabarse.
…