Oduu biyya keessaa MM FDRI Abiy Ahimad dhiifama gaafatan Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sagantaa galii walitti qabuu Paartii Badhaadhinaarratti dubbii godhaniin qaamoolee mufatan dhiifama gaafatan.…
Idil Addunyaa Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Afrikaatti namoota vaayrasii koroonaan qabaman 769 keessaa namoonni 19 du’aniiru. Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksiseetti Afrikaatti namoota…
Oduu biyya keessaa Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa balallii gara biyyoota 30tti taasisu adda kute. Daandiiin Qilleensa Ityoophiyaa guyyaa har’aa eegalee balallii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa taasifameefin bilisa ta’uun… Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Ityoophiyaatti lammii Jaappaan vaayrasiin koroonaa irratti argame waliin namoota hariiroo qabaniin walargee kan ture gaazexeessaan Faanaa Broodkaastiing Koorporeet qorannaa…
Oduu biyya keessaa Sukkaarri kuntaalli 865 fi loon seeraan ala fe’amuun imalchiifamaa turan to’ataman Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti sukkaarri seeraan alaa kuntaalli 865 to’atamuu waajjiri poolisii magaalichaa beeksise. Waajjirichatti qorataan…
Oduu biyya keessaa Hospitaalonni tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hojjechaa jiru Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Tatamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf hospitaalonni xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun ibsame. Hospitaalonni nageenyaa dhukkubsattootaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneen dhaabbilee daballii hin malle taasisan 767 irratti tarkaanfii fudhatte Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti daldaltoota weerara vaayrasii koroonaa sababeeffachuun daballii gatii taasisanirratti tarkaanfiin fudhamuun itti fufeera.…
Idil Addunyaa Vaayrasiin koroonaa biyyoota Afrikaa 35 keessatti kan muul’ate Sifen Megersa Mar 20, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 11, 2012 (FBC) - Vaayrasiin koroonaa biyyoota Afrikaa 35 keessatti kan muul’ate yoo ta’u, namoonni 733 dhibee kanaan qabamaniiru. Gibtsitti qofa namoonni 210…
Idil Addunyaa Vaayrasii koroonaan namoonni kumni 8 ol du’aniiru Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) – Sadarkaa addunyaatti namoonni kumni 8 ol vaayrasii koroonaan du’uu isaanii ibsame. Erga vaayrasiin koroonaa muul’ate addunyaarratti…
Oduu biyya keessaa Alkooliin qulqullinaaf oolu ga’aan jiraachuu Koorpooreeshinichi beeksise Sifen Megersa Mar 18, 2020 0 Finfinnee, Bitootessa 9, 2012 (FBC) –Alkooliin qulqullinaaf oolu liitirri miiliyoonni 3 ol warshaalee keessa jiraachuu Koorpooreeshiniin Sukkaaraa beeksise. Tatamsa’ina…