Ispoortii Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifate Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 9ffaan Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid injifateera. Cheelsiin galchii 2 fi 0’n Maanchiister…
Oduu biyya keessaa Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 23ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) –Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 23ffaan olaantummaa Hayilamaariyaam Taganuun xumurameera. Dorgommii xumuraa boqonnaa 23ffaa kanaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa… Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’aa ittisuuf teeknooloojii walitti hidhamiinsa imaltootaa idil-addunyaa hojiirra oolchuuufi jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun… Sifen Megersa Oct 31, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2019 (FMC) – Finfinneen guyyaa Magaalota Addunyaa 2026 irratti Badhaasa “Shanghai Award” injifachuun Itiyoophiyaaf seenaa guddaadha jedhe Waajjirri Ministira…
Ispoortii Shaggar 1 – 2 Nageellee Arsii Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaan morkiin darbii Oromiyaa olaantummaa Nageellee Arsiin xumurameera. Tapha har’a waaree…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii seenaa qabeessa Awutoobisoota boba’aa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiruu… Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoobisoota boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiisaniiru. Baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Tajaajila Geejjibaa caalmatti saffisaa, qaqqabamaa fi si’ataa taasisuuf hojiilee eegalle caalmaatti… Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Har’a Awutoobisoota magaalaa boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiifneerra jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech…
Oduu biyya keessaa Nyaata, mana jireenyaa fi Geejjiba irratti hojii qabatamaa hojjechuun jireenya lammiilee bu’uuraan… Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Awutoobisoota boba’aarraa gara Gaazii Uumamaatti jijjiiraman 26 hojii eegalchiisaniiru. Baatiwwan…
Oduu biyya keessaa Karoora of danda’uu waggoota shanan itti aananii milkeessuun kabaja ummata keenyati – Obbo… Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) – Ummanni dhimmota xiyyeeffannoon irratti hojjechuu qabnu adda baasee nuuf kenneera jedhan Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Teeknooloojii Beekumsa mandhalee biyyoota Afrikaaf fakkeenya ta’e: Eenyummeessaa dijitaalaa Sifen Megersa Oct 30, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 20, 2019 (FMC) –Itiyoophiyaan guddina hundagaleessa milkeessuuf tarkaanfilee tarsiima'aa garaagaraa fudhataa jirti. Tarkaanfilee kanneen keessa eenyummeessaan…