Uncategorized Yaa’ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa xumurame Sifen Megersa Feb 3, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Yaa'ii Idilee 2ffaan Paartii Badhaadhinaa guyyoota sadiif mata duree 'Waadaa hanga aadeffannaatti' jedhuun taa'amaa ture xumurameera. Yaa'iichi ibsa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimadii Pireezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaa fi Obbo Adam Faaraahiin Pireezidaantoota tti Aanaa paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu…
Ispoortii Arsenaal 5 – 1 Maanchiister Siitii Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Taphni cimaan Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 24ffaa Arsenaalii fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatame olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.…
Oduu biyya keessaa Filannoon miseensota mana maree Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Filannoon miseensota mana maree Paartii Badhaadhinaa gaggeeffamaa jiraachuu Itti Gaafatamaan damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa paartichaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina – Obbo Tamasgeen Xirunaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Imala guddina Itiyoophiyaa ni milkeessina jedhan Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Tamasgeen Xirunaan. Paartiin Badhaadhinaa yaada…
Ispoortii Qidduus Giyoorgis 0 – 0 Buna Itiyoophiyaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 18ffaan taphni darbii Shaggar Qidduus Giyoorgis fi Buna Itiyoophiyaa gidduutti taphatame galchii malee qixaan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Musiliimaa nageenya biyya isaa eeggachuu qaba – Sheek Hajii Ibraahiim Tufaa Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Hawaasni Musiliimaa yeroo kamiiyyuu caalaa nageenya biyya isaa eeggachuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa…
Oduu biyya keessaa Har’a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra –… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Har'a teeknooloojiin deeggaramnee filannoo Paartii Badhaadhinaa gaggeessineerra jedhan Ministirri Muummee FDRI fi Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Alamuu Simee fi Obbo Ordiin Badiriin, Dooktar Abiy Ahimadiin baga gammaddan jedhan Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa ta'uun filatamuu hordofee Pireezidaantiin Naannolee Hararii Obbo Ordiin Badirii fi Ministirri…
Reediyoo Naannoo Tigraayitti gaaffiiwwan misoomaa uummatni kaasu deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira… Sifen Megersa Feb 2, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 25, 2017 (FMC) - Nageenya Naannoo Tigraayitti argame waaressuu fi gaaffiiwwan misoomaa uummatni kaasu deebisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi yeroo…