Oduu biyya keessaa Torbee dhukkubbii Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Soomana guddicha Ayyaana Hiikaa keessa torbeen dhumaa torbee dhukkubbii jedhama. Torbeen dhukkubbii torbee gidiraa waggaa kuma 5 fi 500’f Addaamii fi…
Ispoortii Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Taphoonni deebii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun kan taphataman yoo ta’u, Boorushiyaa Doortimand Baarseloonaa, Astoon Viilaan…
Ispoortii Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa biyyaalessaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa 5ffaan sadarkaa biyyaalessaatti naannoo Oromiyaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira. Ispoortiin misoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Veetinaam daawwataa jiru Sifen Megersa Apr 15, 2025 0 Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetinaam Hanooyitti daawwannaa hojii taasisaa jiru. Warshaa oomisha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa biyyaalessaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Guyyaan Ispoortiin misoomaa fi nageenyaa 5ffaan sadarkaa biyyaalessaatti naannoo Oromiyaa magaalaa Dambi Doollootti kabajamaa jira. Saganticha Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan shanan itti aanaan keessa hammi Roobaa ga’aan ni jiraata – Inistiityuuticha Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Guyyoottan shanan itti aanaan keessa godinaaleen rooba Arfaasaa argatan rooba hammaa fi uuwwisaan ga’aa ta’e argachuu kan itti fufan ta’uu Inistiityuutiin…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen hoggantoota dhaabbilee nageenyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad hoggantoota dhaabbilee nageenyaa waliin mari’ataniiru. Hoggantoota Raayyaa Ittisaa fi dhaabbilee…
Teeknooloojii Itiyoophiyaatti Lootariin Diijitaalaa jalqabaa ifoome Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Lootarii Waraqaa gabaarra jiran dabalataan bifa Diijitaalaan Lootariin afaanoota garaagaraan qophaa’e jalqabaa ifoomeera. Hoggantoonni Dhaabbata Holdiingis…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash Ayyaana Hiikaa Sababeeffachuun harka qalleeyyiif maaddii qoode Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017 (FMC) – Bankiin Awaash Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun magaalaa Jimmaa fi Kutaa Magaalaa Sulultaatti lammiilee 200 ta'aniif deeggarsa akaakuu taasise. Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef qindominaan hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Apr 14, 2025 0 Finfinnee, Ebla 6, 2017(FMC) – Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun hanqinni dhiyeessii oomishaalee akka hin mudanneef qindominaan hojjetamaa jiraachuu Kantibaa Itti aanaa fi…