Godina Shakkaa Magaalaa Fideetti Mukti guddaan kufuun lubbuu namoota 7 galaafate
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Godina Shakkaa Magaalaa Fideetti Mukti guddaan kufuun lubbuu namoota 7 galaafachuu ibsame.
Balaan gabaa gidduutti…