Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa saba Geede’oo ‘Daraaroon’ kabajamaa jira Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Ayyaana kennaa fi galateeffannaa saba Geede’oo kan ta'e ‘Daraaroon’ kabajamaa jira. Ayyaanichi mata duree ‘Daraaroo Tokkummaa, Misoomaa fi…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 oliin… Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaatti Giddugalli Tajaajila Galteewwan qonna qindaa’aa fi Maakaanaayzeeninii Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 41 oliin…
Oduu biyya keessaa Garee Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachaa tureef simannaan taasifame Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala1, 2017 (FMC) – Garee deebii saffisaa Poolisii Federaalaa dorgommii ‘SWAT’ irratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’eef Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Piroojektiin Misooma Koriidarii Naannoo Oromiyaa magaalota naannichaa deebisanii misoomsurratti kan xiyyeeffateedha. Magaalota naannichaa Miidhagsuu, hojii fi jireenyaa lammiileef mijatoo…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Feb 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan 313 gara biyyaa deebi’aniiru. Deebitoota keessaa 208 dhiirota, 92…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa boba’aa haaluma Baatii Amajjiin itti fufa jedhame Sifen Megersa Feb 7, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) - Baatii Guraandhalaa keessa gatiin Gurgutaa Qinxaaboo Boba'aa haaluma Baatii Amajjiin kan itt fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Finfinnee deebisanii misoomsuu hojii bu’a qabeessi hojjetame – Kantiibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Feb 7, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Gamaaggamni raawwii hojii Paartii fi Mootummaa baatiiwwan jahan darbanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira. Finfinnee deebisanii…
Ispoortii Adaamaa 0 – 0 Buna Sidaamaa Sifen Megersa Feb 7, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaan Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Adaamaa Buna Sidaamaa waliin qixa bahe. Taphni har’a waaree booda…
Oduu biyya keessaa Ingiliiz Hariiroo waloo Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite Sifen Megersa Feb 7, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Ingiliiz Hariiroo waloo Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf tumsaan hojjechuuf fedhii qabaachuu ibsite. Ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Himatamtoonni nama dhuunfaa goyyoomsuun Birrii miiliyoona 8 irraa fudhatan hidhaa cimaa waggaa 9’n… Sifen Megersa Feb 7, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti himatamtoonni Lafa Kaaree kuma 2 siif kennina jechuun Birrii miiliyoona 8 nama dhuunfarraa goyyomsuun fudhatan hidhaa cimaa waggaa 9…