Armeeniyaan hariiroo dippiloomaasii Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 12, 2017 (FMC) – Armeeniyaan hariiroo gamlamee fi hunda galeessa Itiyoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf fedhii qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri…