Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumurame – TKM Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idileen Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan milkiin xumuramuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise. Tajaajilichi Yaa’ii Gamtaa…
Oduu biyya keessaa Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan Yaa’ii idilee 2ffaa paartii Badhaadhinaan darbe… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Hojiirra oolmaa murtoowwanii fi kallattiiwwan Yaa’ii idilee 2ffaa paartii Badhaadhinaan darbe hojiitti hiikuuf xiyeeffannaa olaanaan kan hojjetamu…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu aanaaleefi magaalota Godina Harargee Lixaa eegalame Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) –Shaampiyoonaan Ispoortii tapha guutuu aanaaleefi magaalota Godina Harargee Lixaa 30ffaan magaalaa Cirootti eegalameera. Shaampiyoonaan kun…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayit Kiingi Dam Inistiityuutii Hubannoo namtolchee Itiyoophiyaa… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Itti Aantuun Yuunaayit Kiingi Dam Anjeelaa Reeyinar Inistiityuutii Hubannoo namtolchee Itiyoophiyaa daawwataniiru. Ministirri…
Teeknooloojii Gaammee umrii waggaa 14 Baajaajii hojjete Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Godina Guraagee Aanaa Muhiiritti Gaammee umrii waggaa 14 Baajaajii Humna Elektiraa fi Ifa Aduu hojjettu kalaqe. Barataa Kutaa 8ffaa kan ta’e…
Oduu biyya keessaa Pirojektoonni lammiilee kuma 5 ol fayyadamoo humna Elektirikaa taasisuu danda’an eebbifaman Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Pirojektoonni Anniisaa Aduu Karaa Duus fi Karaa Qorcoo lammiilee kuma 5 fi 828’f Tajaajila Elektirikaa dhiyeessuuf dandeessisan eebbifamuun tajaajila…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksise Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idileen Gamtaa Afrikaa 38ffaa fi Walga’ii Idilee 46ffaan Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu milkiin xumuramuu Humni Waloo Nageenyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajiloonni Ministeera Haqaan kennaman waraqaa eenyummaa dijiitaalaa qofaan akka ta’u qophiin… Sifen Megersa Feb 17, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 10, 2017 (FMC) – Tajaajiloonni Ministeera Haqaan kennaman waraqaa eenyummaa dijiitaalaa qofaan akka ta’u qophiin taasifamaa jiraachuu ministeerichi beeksise.…
Oduu biyya keessaa Keessummoonni Yaa’ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaa waa’ee Itiyoophiyaa hubannoo gahaa… Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haala waliigalaa Yaa'ii idilee Gamtaa Afriikaa 38ffaa ilaalchisuun ibsa kenneera. Keessummoonni Yaa'ii Idilee…
Ispoortii Liiverpuul 2 – 1 Woolviis Sifen Megersa Feb 16, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 9, 2017 (FMC) - Piriimeer Liigii Ingilaandiin Liiverpuul Woolviis injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 25ffaa har'a…