Idil Addunyaa Joo Baayiden ilma isaaniif dhiifama taasisan Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayiden Ilma isaanii Hanter Baayidan meeshaalee waraanaa fi Taaksiin shakkamee adabamuuf tureef dhiifama taasiisuun…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaaf sablammootaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalaatti kabajame Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Guyyaan sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Embaasiwwanii fi Qoonsilaa Jeneraalootaa biyyoota adda addaatti Itiyoophiyaa bakka bu’anitti kabajameera.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee jiran mariin furuun murteessaa ta’uu Hidhattoonni duraanii Naannoo Tigraay ibsan Sifen Megersa Dec 2, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2017 (FBC) – Rakkoolee jiran mariin furuun waloon hojjechuun murteessaa ta’uu Hidhattoonni duraanii Naannoo Tigraay ibsan. Rakkoolee jiran mariin furuun guddina…
Ispoortii Liiverpuul 2 – 0 Maanchiister Siitii Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Taphni cimaan torbee 13ffaa Piriimeer Ingilaandi olaantummaa Liiverpuuliin xumurame. Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii galchii 2 fi 0n…
Ispoortii Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon Atileetoota cimoo waggaa addunyaa jedhaman Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Atileet Taammiraat Tolaa fi Simboo Alamaayyoon badhaasa Atileetii cimaa fi cimtuu waggaa addunyaa injifataniiru. Atileet Taammiraat Tolaan badhaasa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii injifatan Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiidii fi Cheelsiin morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame kan… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota olaanoo Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame biyyattiitti nageenya waaraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammatti lafa hektaara miiliyoona 5.3 olirraa oomishni walitti qabame Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 5 fi kuma 300 fi kuma 12 olirraa oomishni walitti qabamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasiifame waan… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Waliigalteen Araaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota Waraana Bilisummaa Oromoo gidduutti taasiifame waan jajjabeeffamu ta'uu Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Adeemsi Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii – Bakkannisaa – Furii –… Sifen Megersa Dec 1, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Hojii Misooma Koriidarii Addabaabayii Calcalii - Bakkannisaa - Furii - Haannaa gamaaggamamuu…