Ispoortii Maanchiisteer Siitii 0 – 4 Tootenhaam Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa halkan kana taphatameen Maanchiister Siitiin dirree ofiirratti Tootenhaamiin injifatameera. Tootenhaam…
Ispoortii Arsenaal 3 – 0 Nootiingihaam Forest Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 12ffaa galgala kana taphatameen Arsenaal, Biraayitanii fi Woolviis morkattoota isaanii injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) –Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee taasisan Magaalaa Dirre Dhawaa fi Hararitti hojiilee misoomaa daawwachaa jiru. Hojiilee…
Biiznasii Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluufi Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Magaalaa Adwaatti Warshaan Maarbilii Birrii miiliyoona 400 fi miiliyoona 80 ijaarame yaalii oomishuu eegaluuf ta'uu ibsame. Zoonii Indaastirii Adwaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta'e ijaarsa Loojii Gar'aaltaa daawwataniiru. Ministirri Ministeera Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru. Sirna…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa paartii waggoota muraasa keessatti milkaa’inoota hedduu galmeessedha… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina Hunda Galeessaaf' jedhuun…
Oduu biyya keessaa Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun daawwannaan hojii gaggeeffamaa… Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun kutaalee Magaalaa Shaggaritti daawwannaan hojii gaggeeffamaa jira. Hundeeffama…
Oduu biyya keessaa Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira Sifen Megersa Nov 23, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira. Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…