Ispoortii Tapha Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar marsaa 3ffaaf darbe Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Tapha Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaa tapha 2ffaa har’a taphatameen Shaggar kilaba 2ffaa marsaa 3ffaaf darbe ta’eera. Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabu –… Sifen Megersa Dec 27, 2024 0 Finfinnee, Mudde 18, 2017 (FMC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa milkiin akka xumuramu tola ooltoonni gumaacha olaanaa qabaachuu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti Konfiraansiin nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Konfiraansiin nageenyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffameera. Konfiraansii Nageenyaa sadarkaa magaalaa kana Biiroon…
Biiznasii Dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60 % qaqqabuu ibsame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Hanqinaalee turan furuun dandeettiin oomishuu Indaastiriiwwan Oomishaa 60% qaqqabuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsan.…
Biiznasii Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabame Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birriin biiliyoonni 300 fi biiliyoonni 80 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise. Ministirri Ministeera…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu Sifen Megersa Dec 26, 2024 0 Finfinnee, Mudde 17, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee18ffaan taphoonni tibba ayyaana Qillee har’aa eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni…
Oduu biyya keessaa Duulli hojii Eegumsa biyyeefi Bishaanii bara 2017 jalqaba Baatii Ammajjii eegala Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Duulli hojii Eegumsa biyyeefi Bishaanii bara 2017 jalqaba Baatii Ammajjii kan eegalu ta'uu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Bara 2017tti hojii eegumsa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Sudaanitti ergamaa addaa Mootummoota Gamtoomanii Raamtaan Laamaamraa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun… Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Magaalota Naannoo Oromiyaa keessatti hojii misooma Beelladaaa karaa ammayyaatiin hojjetamaa jiruun bu'aan qabatamaan argamaa jiraachuu Biiroon…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Somaaliyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 24, 2024 0 Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Idil Addunyaa Somaaliyaa Alii Mohaammad…