Oduu biyya keessaa Jimmatti duulli qulqullina Magaalaa gaggeeffame Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti duulli qulqullina Magaalaa hoggantootaa mootummaa fi kutaalee hawaasaa hirmaachise gaggeeffameera. Magaalaa jiraattoota isheef…
Ispoortii Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Atileet Biiniyaam Mahaariin fiigicha guddicha Itiyoophiyaatti yeroo 24ffaaf har'a dorgomame injifate. Fiigicha guddicha Itiyoophiyaa meetira kuma 10…
Oduu biyya keessaa Hojiin Kaadaasteraa rakkoo walxaxaa qabiyyee lafaan walqabatee ture furuuf hojii hojjetamaa jiruudha… Sifen Megersa Nov 17, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2017 (FBC) – Hojiin Kaadaasteraa rakkoo walxaxaa qabiyyee lafaan walqabatee ture furuuf hojii hojjetamaa jiru ta'u Waajjirri Kaadaastera lafa Bulchiinsa Magaalaa…
Biiznasii Rakkoo daldala Ashaboon walqabatu furuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Oomishaalee hojmaata Moonoopiiliif saaxilamanii turan keessaa tokko kan ta’e rakkoo Daldala Oomisha Ashaboo furuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri…
Oduu biyya keessaa Filannoon Somaaliilaandi nagaan xumuramuu hordofee Itiyoophiyaan ergaa baga gammaddanii dabarsite Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Filannoon Pireezidaantummaa Somaaliilaandiitti dheengadda gaggeeffame karaa nagaa fi Demokiraatawaa ta’een xumuramuu hordofee mootummaan Itiyoophiyaa ergaa…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Federaalaa fi Ministeerri Nageenyaa Ummata Chaayinaa dhimmoota waloon hojjetanirratti… Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Ministir Deetaa Ministeera Nageenyaa Ummata Chaayinaa Zyii Yaanjuu waliin…
Oduu biyya keessaa Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo bara 2017/18 feete buufata Jibuutii geesse Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Dooniin jalqabaa Xaa’oo biyyoo Yuuriyaa jedhamu kuntaala kuma 400 fi kuma 72 ol feete buufata Jibuutii qaqqabuu ibsameera. Yeroo itti aanu hojiin Xaa’oo…
Ispoortii Falmii Buunyaa ga’eessa umrii waggaa 58 fi daggaggoo umrii waggaa 27 gidduutti galgala kana… Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Falmiin har’a galgala buunyessaan Maayik Taayisan, Buunyessaa beekamaa Jeek Jooseef Pool waliin taasiisu hawwiin eegama. Falmiin har’a halkan sa’aati…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan daawwannaa hojiif Bahirdaar galan Sifen Megersa Nov 15, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2017 (FBC) – Itaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan daawwannaa hojiif Magaalaa Bahirdaar galaniiru. Fiild Maarshaal Birhaanuun…
Ispoortii Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsate Sifen Megersa Nov 14, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC) - Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabni Kubbaa Miilaa magaalaa Shaggar, Daddabiit injifachuun dursummaa isaa cimsateera. Tapha har'a waaree booda…