Oduu biyya keessaa Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 Dubartoota qofaan taasifame Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Eda halkaan 5:00 eegalee Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 guutumaan guutuutti Dubartoota qofaan taasifamuu Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’ataman… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Dubartoota Addunyaa 49ffaan kabajamaa jira Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa "March 8" akka Addunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaand taphoota torbee 28ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid Arsenaal… Sifen Megersa Mar 8, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan har’a sa’aatii 9:30 eegaluun taphatamu. Har’a waaree booda sa’aatii 9:30 eegalee taphni…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoofi Raayilaa Oodiingaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoofi dursaan Paartii Mormituu Raayilaa Oodiingaan tumsaan hojjechuuf waliigaluu ibsame. Qaamoleen lamaan…
Fayyaa Dameen fayyaa jijjiirama bu’uuraa argamsiise – Dooktar Maqdas Dhaabaa Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waggoottan darban fooyyessi gurmaa’insaa hojiirra oole damee fayyaan jijjiirama bu’uuraa argamsiisuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas…
Oduu biyya keessaa Himatamtoonni Ustaaz Abbubakar ugguruun Konkolaataa irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi… Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Himatamtoota Ustaaz Abbubakar Huseen ugguruun Liibree Konkolaataa jijjiiruun irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi adabbiin maallaqaa itti murtaa’e.…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa Inshuraansii Beelladootaa Horsiisee Bultootaa guddisuun barbaachisaadha jedhame Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Fayyadamummaa fi hirmaannaa Inshuraansii Beelladootaa Hawaasa Horsiisee Bultootaa guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin hojii bu’aa qabeessi hojjetame – TKM Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Walakkaa waggaa kana keessatti ajandaawwan ijoo mootummaa bu’uureessurratti Damee Miidiyaa fi Koominikeeshiniin hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Taayyeen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwatan Sifen Megersa Mar 7, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI fi Eegaa Olaanaan Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan…