Ispoortii Weest haam 2 – 5 Arsenaal Sifen Megersa Nov 30, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Piriimeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal Weest haam injifachuun sadarkaa isaa 2ffaatti fooyyeffateera. Tapha darbii Landaniin Arsenaal galchii 5 fi 2n…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Alaa Faransaayii fi Awurooppaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Faransaayii fi Awurooppaa Jiyaan Noo'eel Baaroot waliin…
Oduu biyya keessaa Mariin tumsa Gamtaa Afrikaa fi Faransaay cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Komishiniin Diinagdee Gamtaa Afrikaa fi Faransaay marii tarsiimawaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Dura Taa’aan Komishinii Diinagdee Gamtaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin taphni Liiverpuul morkataa isaa Maanchiister Siitii keessummeessu… Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 13ffaan har’aa eegaluun taphatamu. Sagantaan torbee 13ffaa kun tapha har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad muudama kennan Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Mahaammad Idiriis Ministira Ministeera Nageenyaa taasiisuun muudaniiru. Haaluma kanaan Obbo Mahaammad…
Fayyaa Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jirti – Ministeera Fayyaa Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan bara 2030tti facaatii HIV dhabamsiisuuf hojjetaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Bara 2027tti hamma nama dhibichaan qabamanii fi…
Oduu biyya keessaa Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaana Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisan Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Raashiyaa fi Chaayinaan Qarqara Galaanaa Jaappaanitti shaakala waloo qilleensaarraa taasisuu Raayyaan Ittisaa Chaayinaa beeksise. Shaakalli…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishame Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Baatii Adoolessaa eegalee Hidha Haaromsa Guddicha Itiyoophiyaa irraa Qurxummii toonii 561 ol oomishuun danda’amuu ibsame. Waldaaleen Hidha Haaromsa…
Ispoortii Magaalaa Ambootti guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5… Sifen Megersa Nov 29, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammootaa 19ffaa akka Oromiyaatti Sadaasa 22, 2017 Magaalaa Ambootti kabajamu sababeeffachuun fiigichi Meetira kuma 5 gaggeeffameera.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru kabajama Sifen Megersa Nov 28, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Guyyaan Hundeeffama Humna Qilleensa Itiyoophiyaa waggaa 89ffaan boru sagantaalee garaagaraan kabajama. Guyyichi mata duree 'Humna Qilleensaa hin…