Oduu biyya keessaa Manni marichaa muudamoota Ministiroota 5 raggaasise Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walgahii idilee 2ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa har’a gaggeesseen muudamoota Ministiroota 5 raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin keessummeessitootaa sadarkaa idil-addunyaa eeggate akka ta’u sirni diriirfamuu ibsame Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Indaastiriin keessummeessitootaa Tajaajila sadarkaa idil-addunyaa eeggatee fi dorgomaa ta’e akka dhiyeessan sirni diriirfamuu Ministeerri Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Balalii biyya keessaaf waraqaan eenyummaa biyyaalessaa akka sanada imalaatti akka tajaajilu… Sifen Megersa Oct 29, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Balalii biyya keessaaf waraqaan eenyummaa biyyaalessaa akka sanada imalaatti akka fayyadu waliigalteen mallattaa'eera. Daandiin Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan hoggansi gaggeessummaa tarkaanfataa akka kennu hubachiisan Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) –Gamaaggamni raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 1ffaa bara 2017 guyyoota sadiif gaggeeffamaa turre milkiin xumuramuu Pireezidaantiin Mootummaa…
Biiznasii Galii Daldala Alaarraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – Dooktar Kaasahuun Goofee Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Galii Daldala Alaarraa argamu guddisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Waliti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar…
Idil Addunyaa Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffaman Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchiister Yuunaayitiid Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffamaniiru. Qabxii kilabichi galmeessaa jiru hordofee Eerik Teen Hag irratti…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Tumsa Faayinaansii idil addunyaa hojiilee misoomaa Itiyoophiyaan hojjetaa jirtuuf… Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen hojii raawwachiisaa olaanaa Tumsa Faayinaansii idil addunyaa Maaktaahaar Diiyooppii fi…
Biiznasii Kurmaana kana eeyyamni Invastimantii haaraan 108 kenname – Komishinicha Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Kurmaana 1ffaa bara baajataa 2017 keessaa eeyyamni Invastimantii haaraan 108 Abbootii qabeenyaaf kennamuu Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraahi Chaayinaatti qondaaltota Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 28, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Gareen qondaaltota Olaanoo Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Beejingitti Garee Hariiroo alaa Paartii…
Oduu biyya keessaa Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qaba… Sifen Megersa Oct 26, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2017 (FBC) –Hirmaannaan Itiyoophiyaan BRICS keessatti qabdu, guddina diinagdee isheef gumaacha olaanaa qabaachuu Itiyoophiyaatti Ambaassadarri Raashiyaa Eevgeenii…