Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…