Ispoortii Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifate Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 4ffaa har'a taphatameen Walaayittaa Diichaan, Buna Itiyoophiyaa injifateera. Diichaan galchii 2 fi…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin Koree Hojii Raawwachiistuu CAF gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Waltajjiin Koree Hoji Raawwachiistuu Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti…
Oduu biyya keessaa Guyyoottaan kurnan itti aanaan keessa kutaaleen biyyattii tokko tokko Rooba salphaa hanga… Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa haala qilleensaa guyyoottaan kurnan itti aananii naannawaa Rooba waqtii 2ffaa argatanii…
Oduu biyya keessaa Gaazexeessaa Firaa’ol Taaddasaan du’aan addunyaa kanarraa boqote Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Gaazexeessaa OBN kan turan Firaa’ol Taaddasaa dhibee tasaan du’aan addunyaa kanarraa boqochuu ibsameera. Gaazexeessaa Firaa'ol Taaddasaa Godina…
Oduu biyya keessaa Galmi Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa xumuramuun har’a eebbifama jedhame Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Galmi seenaa qabeessi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Komishinii Diinagdee Afrikaa, Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi isaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii olaanaa Gamtaa Afriikaafi DhMG 8ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Waltajjiin marii olaanaa Gamtaa Afriikaafi Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Dura Ta’aa Komishinii…
Oduu biyya keessaa Antooniyoo Guutareez Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 21, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) - Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Guutareez waayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Pireezidaantii CAF Paatiriis Mootiseeppeef Simannaa taasisan Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Pireezidaantii Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppee fi hirmaattiita…
Ispoortii Liiverpuul Cheelsii injifachuun dursummaa liigichaa cimsate Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi galgala kana taphatameen Liiverpuul Cheelsii injifachuun dursummaa liigichaa cimsateera. Liiverpuul galchii 2 fi…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii daawwannaa hojiif Mooskoo galan Sifen Megersa Oct 20, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) - Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheehi Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan daawwannaa hojiif Raashiyaa Mooskoo galaniiru. Jilli…