Damee Fayyaa sadarkaa fooyya’aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna – Dookta Maqdas…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Bara baajataa 2017 Damee Fayyaa sadarkaa fooyya'aarra qaqqabsiisuuf murannoon ni hojjenna jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa Dookta Maqdas Dhaabaan.…