Oduu biyya keessaa Irreechi malkaa Daabanaa Birbirsa lakkuu kabajame Sifen Megersa Nov 3, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa Birbirsa Lakkuu, akkaataa duudhaasaa eegeen kabajameera. Walitti qabaa Gumii Abbootii Gadaa…
Teeknooloojii Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru danda’u furgugsuu beeksifte Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuruu danda’u Hawaasoong -19 jedhamu furgugsuu beeksifte. Hawaasong -19 seenaa yaalii…
Ispoortii Ruuban Amooriim leenjisaa Maanchiister Yuunaayitiid ta’uun muudaman Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Ruuban Amooriim leenjisaa olaanaa Maanchiister Yuunaayitiid ta’uun muudamaniiru. Leenjisaa Ispoortiing Liizban kan turen…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabilee fi meeshaalee dubbisa qaroo dhabeeyyii Mana Kitaabaa… Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Kitaabilee kuma 2 fi meeshaalee dubbistoota Qaroo dhabeeyyiif gargaaru ‘Orcam Myeye’ jedhamu 25 Mana Kitaabaa…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan sadan darban Cuuciwwan miiliyoonni 20 raabsaman – Ministeera Qonnaa Sifen Megersa Nov 1, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Bara baajataa 2017 baatiwwan sadan darban Cuuciwwan miiliyoonni 20 raabsamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Guyyaa sabaaf sablammoota Itityoophiyaa 19ffaa akkaataa sirna Sabdaneessummaa cimsuun kabajuuf… Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Guyyaa sabaaf sablammoota Itityoophiyaa 19ffaa akkaataa sirna Sabdaneessummaa caalmaatti cimsuun kabajuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Af Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Jarman hojiilee Komishiinii Haaromsa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan deeggartu ta’uu ibsite Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Jarman Itiyoophiyaatti loltoota duraanii deebisaanii ijaaruuf tattaaffii Komishiiniin Haaromsa Biyyaalessaa taasisaa jiru kan deeggartu ta’uu ibsite.…
Oduu biyya keessaa Oomisha giddugala Warshaa Nooraa Gudar dachaan dabaluuf hojjetamaa jira – BQO Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Oomisha giddugala Warshaa Nooraa Gudar dachaan dabaluuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Humna oomisha giddugala Waarshichaa…
Oduu biyya keessaa Seenessi waloon biyya ijaara, tokkumma cimsa,Seensi qeenxeen ammoo biyya diiga – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Seenessi waloon humna walitti qabuun biyya ijaara, Seensi qeenxeen ammoo humna bittinneessuun biyya diiga jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Lammiin Itiyoophiyaa misooma Koriidarii jibbu jira jedhee hin yaadu – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Oct 31, 2024 0 Finfinnee, Onkololeessa 21, 2017 (FBC) – Misooma Koriidariin magaaloota Itiyoophiyaa ammayyaa ijaaraa jirra jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Magaalaa fi baadiyyaatti…